| Daangaan
shari'aatti murteefamtee jarsiin
jaartii isaarra fagaatee turuu
dandayuu ji'aa afuuri(4) kanaa
olii dabaluun hinhayyamamu yoo
rakkoon jiraatte malee ammalle
yoo fitnaan isaan lachuurra
hinsodaatamne.yoo akkan turiinsa
san kessatti dirqame humaa hinqabuu
hanga rakkina saniirra bahutti
. Yoo ammoo jarsii gama jaartii
isaa dhaquudhaan isii tiisee
haqaa isii guutu dandayee kuni
isaratti dirqama taha , keessaafu
yaroo amma ta fitnaanii fi waan
nama deegee haala namaa balleeysu
heddumaateen jarsiin jaartii
isaarra turuu hendandayamuu
yoo rakkoo jabduun isa mudatte
malee dafee isiitti deebii'uu
hamlee jabduu qabaachuun malee.
الحد المقرر شرعًا للغياب عن الزوجة في حدود أربعة أشهر؛ فلا
تجوز الزيادة عن هذا الحد؛ إلا برضاها، مع أمن الفتنة عليها وعلى الزوج؛ إلا من
أجبرته الضرورة على الغيبة الطويلة؛ فإنه معذور إلى زوالها. ومهما أمكن الزوج
الذهاب إلى زوجته والحفاظ عليها والقيام بحاجتها؛ فإنه يجب عليه ذلك، خصوصًا في مثل
هذا الزمان الذي كثرت فيه الفتن والمغريات المفسدة للأخلاق؛ فإنه لا ينبغي للزوج أن
يبتعد عن زوجته؛ إلا عند الحاجة والضرورة، مع الحرص التام على السرعة والعودة إليها
حسب الإمكان.
|
Shekh :- Saalih ibn
Faawzaan Al-Faawzaan | |