|

|
|
 |
Aqidaan
islaamaa sababaa hundee gurguddo if keessa
qabduun nama isii tanatti amaneef |
|
|
|
faa'idaa guddoo fi heddu
argamsiistiif , Rabbitti amaanuun maqaa isaatii
fi bifa isaan |
|
|
|
maltutti amanuun gabricha
Rabbiitiif akka Rabbii isaa jaalatuu
fi guddisutti isa geesitii tan |
|
|
|
sababaa saniin heera Rabbiin lafa
kaayee hujira olchuu fi waan inni irra dhorkee
irra |
|
|
fagachutti isa geesituu , ka isaan
lamaatiin nama akka dhuftaatiifi hawaasa
hundaafu |
|
|
gammachuu addunyaatifi akhiraa
argama , akkauma Rabbiin ja'eeti " Namni toltuu
takka |
|
dhirraa fi dubartiirra tahuu haala
isaan Rabitti amananiin jiruu gaarii rakkoo
hinqabne isaan |
|
jiraachifna ammalle galataa isaani
irra gaarii waan isaan dalagataaniin galfamaan "
[ SuraaNahalii : 97]
|
Faa'idaa Aqiidaa
Islaamaa |
|
|
|
|
|
|
|
|
Aqidaan islaamaa sababaa hundee gurguddo if keessa qabduun
nama isii tanatti amaneef faa'idaa guddoo fi heddu argamsiistiif , Rabbitti
amaanuun maqaa isaatii fi bifa isaan maltutti amanuun gabricha Rabbiitiif akka
Rabbii isaa jaalatuu fi guddisutti isa geesitii tan sababaa saniin heera
Rabbiin lafa kaayee hujira olchuu fi waan inni irra dhorkee irra fagachutti isa
geesituu , ka isaan lamaatiin nama akka dhuftaatiifi hawaasa hundaafu gammachuu
addunyaatifi akhiraa argama , akkauma Rabbiin ja'eeti " Namni toltuu takka
dhirraa fi dubartiirra tahuu haala isaan Rabitti amananiin jiruu gaarii rakkoo
hinqabne isaan jiraachifna ammalle galataa isaani irra gaarii waan isaan
dalagataaniin galfamaan " [ Suraa Nahalii : 97] Bu'aan
Malaa'ikaatti amanuu : 1.Guddiinaa fi jabeenyaa fi motumma Rabbiisaan
kana akkanatti umee irra beekutti nama geesiti 2.Galata Rabbii akka
galchinuuf waan inni isaan kana umee isaanitti gargaafatee waan akkka isaan
kessa warra nama tiisu huji gabroottan barreysaan kanaa fi waan biralle waan
isaan fayyada kahojjataan 3.Jaala malaaykaan dirqama isaanirra kayaamee
jalataan hubanna san kessa akka Rabii isaani haala gahaa fi guutuu taheen
gabbaraab, warra Rabbitti amaneef araara ma isarra barbaadufii.
Bu'aan Kitaabawwanitti amanuu:- 1.Kitaabaa
itti qajeelaan ummata hundattu buusuun wanni nuhubachiisaa akka Rabbiin
gabrottan isaatiif rahamta qabuu nuhubachisa. 2.Hikmaa Rabbi ari |
|
|
|