Duree

 

  Aqidaa

 

 Ibaadaa

 

 Manhaja

 

 Fatwaa

 

 Caqasaa

 

 Dawadhaa

 

 Dubbisaa

 

 Forum

 

Shekh Muhammed shekh                Abdulqadir

Shekh Tamaam Hussen

Shekh Hassan AbdAllah

Shekh Hassen Diida

Shekh Abu Yahayaa

Shekh Abu Naaji

Shekh Huseen Urdaa

Seyfuudiin Ahmed

Ahmed Abdulqadir

Abu Suleymaan Abdallah

 Isiniif fille





 

 

Paltalk

 

 

 

 

   
 

Faa'idaa Aqiidaa Islaamaa

 

 

 

 

 

 

    Aqidaan islaamaa sababaa hundee gurguddo if keessa qabduun  nama isii tanatti amaneef faa'idaa guddoo fi heddu argamsiistiif , Rabbitti amaanuun maqaa isaatii fi bifa isaan maltutti amanuun  gabricha Rabbiitiif akka Rabbii isaa  jaalatuu fi guddisutti isa geesitii tan sababaa saniin heera Rabbiin lafa kaayee hujira olchuu fi waan inni irra dhorkee irra fagachutti isa geesituu , ka isaan lamaatiin nama akka dhuftaatiifi hawaasa hundaafu gammachuu addunyaatifi akhiraa argama , akkauma Rabbiin ja'eeti " Namni toltuu takka dhirraa fi dubartiirra tahuu haala isaan Rabitti amananiin jiruu gaarii rakkoo hinqabne isaan jiraachifna ammalle galataa isaani irra gaarii waan isaan dalagataaniin galfamaan " [ Suraa Nahalii : 97]
     Bu'aan Malaa'ikaatti amanuu :
1.Guddiinaa fi jabeenyaa fi motumma Rabbiisaan kana akkanatti umee irra beekutti nama geesiti
2.Galata Rabbii akka galchinuuf waan inni isaan kana umee isaanitti gargaafatee waan akkka isaan kessa warra nama tiisu huji gabroottan barreysaan kanaa fi waan biralle waan isaan fayyada kahojjataan
3.Jaala malaaykaan dirqama isaanirra kayaamee jalataan hubanna san kessa akka Rabii isaani haala gahaa fi guutuu taheen gabbaraab, warra Rabbitti amaneef araara ma isarra barbaadufii.

   Bu'aan Kitaabawwanitti amanuu:-
1.Kitaabaa itti qajeelaan ummata hundattu  buusuun wanni nuhubachiisaa akka Rabbiin gabrottan isaatiif rahamta qabuu nuhubachisa.
2.Hikmaa Rabbi ari  

 

 

 

 

 

 

 

 


 

 Qura'ana caqasaa

 

 

Websitii Ulamaai