|
س1:لماذا خلقنا الله؟
ج1:خلقنا الله لنعبده و لا
نشرك به شيئا و الدليل قوله تعالى في سورة الذريات :56"و ما خلقت الجن و الإنس إلا
ليعبدون" و قوله صلى الله عليه و سلم : (حق الله على العباد أن يعبدوه و لا يشركوا
به شيئا)متفق عليه..
|
|
1.
Rabbiin
maalif nu’umee?
Deebiin:-
Nu’umee akka isa gabbaruf
isattis akka waatakka itti hin qindesinef. Ragaan Qur'anaa
Rabiin
akki
ja'ee
"Jinni fi Namalle hin umnee akka nagabbaranif malee"
sura
zariyat
Ragaan
Haiisaa
Ergamaan
Rabbi
akki
ja'ee
" haqni Rabbiin garbroottan irraa qabu akka isa gabbaran kan
isatti waatakka itti hin qindessine" { hadiisa bukhari fi muslim irratti
waligalan } |
|
س2:ما هي العبادة؟
ج2: العبادة اسم جامع لما يحبه
الله من الأقوال و الأفعال :كالدعاء و الصلاة و الذبح و غيرها...قال تعالى "قل إن
صلاتي و نسكي و محياي و مماتي لله رب العالمين"الأنعام:162..نسكي: ذبحي
للحيوانات.. و قال صلى الله عليه و سلم قال تعالى( و ما تقرب إلي عبدي بشيء أحب
إلي مما افترضته عليه)حديث قدسي رواه البخاري..
|
|
2.
Ibaadaa {
gabbarti
} jechuun maal jechhudha?
Deebiin:- Ibaadaa
{ gabbartii
} jechuun maqaa walii
gala tan waan Rabbiin jaalatuu cufa if kessatti walitti
qabate. Fakkenyaaf :- jechaan dhagesisu,fi hujiin agarsisu kan akka
du’aa’ii{rabbiin kadhatu},salaata { duulatu } goraati, fi kan kana fakaatan .
Ragaan
Qur'anaa Rabbin
san laalchise kitaaba isaa kabajamaa kessati akkana je’a ji’i yaa ergamaa
kiyya salatni{duulatni}kiyya, gorraatiin tiyyaas, jiruun tiyyaa fi duutii
tiyyaas Rabbi alammanitifi
{ suraa
Ana’am } Ragaan
Haiisaa Ergamaa rabbirraa odeeffamee Rabbin oltahe nija’e
Gabrichii kiyya nabiratti hin
dhihatuu waan nabiratti jaalatamaa tahe takkaan waanin irratti dirqama
{ wajiba } godherra bukharitu gabaase hadisul qudusi
|
|
س3: كيف نعبد الله؟
ج3: كما أمرنا الله و رسوله قال
تعالى:"يأيها الذين ءامنوا أطيعوا الله و أطيعوا الرسول و لا تبطلوا أعمالكم"
محمد:33..و قال عليه الصلاة و السلام (من عمل عملا ليس عليه أمرنا فهو رد) أي غير
مقبول رواه مسلم.
|
|
3.
Akkamitti
{ haala kamiin
} rabbin gabbarra?
Deebiin:-
Akka Rabbii fi Ergamaan isaa
nu’ajajanitti gabbarra.Ragaan quranarra Rabbin oltahe nija’e Yaa warra imaana
kennamtan{yaa warra Rabbitti amantan}qaalii Rabbi goodhaa { ajaja Rabbi guutaa}qaalii Ergamaa Rabbittis
gutaa { waan isinittin dhufee irraa qebalaa jala demaa } hujii kessan if duraa hin
baleesinaa. { suraa Muhammed } Ergamaa Rabbiirraa odeefamee nija’ee<namni hunji
takka hojjatee kan ajajni Keenya kessa hin jirre isumarratti debiti{irraa hin
qebalamtuu} Muslimtu gabaase. |
|
س4: هل نعبد الله خوفا و طمعا ؟
ج4: نعم نعبده كذلك
قال تعالى المؤمنين " يدعون ربهم خوفا و طمعا"السجدة :16...و قال صلى الله عليه و
سلم: (أسأل الله الجنة و أعوذ به من النار) صحيح رواه داود..
|
|
4. Sii Rabbi Kenya sodaachaati fi khajeelaa
nigabbarraa?
Deebiin:-
ee akkasitti gabbarra rahmata isaa
khajeelaa azaaba{adaba}isaarra sodaachaa gabbarra
.kanarratti Rabbin sifa { haala } mu’umintotaa yero dubbatu akkana je’a {{ Rabbi
isaanii gabbarra isa sodaachaa isa khajelaa }} (sura sajada}Ergamaan
Rabbiitis akkana jechuni
Rabbiin kadhataa ture '' Yaa Rabbi jannataan sikadhadhaa ibiddarraahis
sittiin maganfadha '' { hadisni sahiha Abu Dawudi gabaase } |
|
س5: ما هو الإحسان في العبادة؟
ج5: الإحسان هو
:مراقبة الله تعالى في العبادة.قال تعالى "الذي يراك حين تقوم*و تقلبك في الساجدين)
الشعراء : 218..و قال صلى الله عليه و سلم ( الإحسان أن تعبد الله كأنك تراه فان لم
تكن تراه فإنه يراك)رواه مسلم..
|
|
5.
Ihsaana
{ toltu
} jechuun maalii gabbartii Rabbi kessatti?
Deebiin:-
{
toltuu
ihsaan } jechun:- Gabbartii Rabbiin gabbartuu kessatti Rabbiin na’arga je’ani
qubaqabaatu { beeku } Rabbiin oltahee kana laalchise akkana ja’ee ''
Isa si’arguu san yeroo salataaf
{ duulataaf
} dhaabbattu
siihiwarra sujudu kessa oli fi gad jettu
'' ( suraa shu’araa
) Ergamaan
Rabbii akkana je’an yero hadisa jibriil bekkamaa fi dheraa san kessatti
yero jibril
{ A.S
} Ihsanarraa
tolturraa
gaafateen '' Ihsanni { toltuun } atii Rabbiin gabbarudhaa akka waan argitutti
yoo ati arguu baattees inni si’argaati '' Muslimtu gabaase.
|