Duree

 

  Aqidaa

 

 Ibaadaa

 

 Manhaja

 

 Fatwaa

 

 Caqasaa

 

 Dawadhaa

 

 Dubbisaa

 

 Forum

 

Shekh Muhammed shekh                Abdulqadir

Shekh Tamaam Hussen

Shekh Hassan AbdAllah

Shekh Hassen Diida

Shekh Abu Yahayaa

Shekh Abu Naaji

Shekh Huseen Urdaa

Seyfuudiin Ahmed

Ahmed Abdulqadir

Abu Suleymaan Abdallah

 Isiniif fille





 

 

Paltalk

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  أنواع التوحيد و فوائده
Akaakuu Tawhiidaati Fi Fayida Tawhida

س6: لماذا أرسل الله الرسل؟

ج6: أرسلهم للدعوة الى عبادته و نفي الشرك قال تعالى " و لقد بعثنا في كل امة رسولا أن اعبدوا الله و اجتنبوا الطاغوت"النحل:36..الطاغوت : الشيطان الداعي الى عبادة غير الله..و قال عليه الصلاة و السلام: ( و الأنبياء اخوة..و دينهم واحد) متفق عليه
.

 6. Maalif Rabbiin ergamota erge?

 Deebiin:-  { Rabbiin ergamoota wanni ergeef Rabbi qofa gabbarani fi waan isaatti qindessan akka  dhabamsisan  wamicha   gara  ilmaan namaa dabarsanifi  Rabbiin jabaate oltahe nija’ee '' Dhugaa gara ummata hundaa ergamoota ni’erginee { Rabbin gabbaraa jallistootarraa fagaadhaa janne } '' { sura nahli } jellistotaa jechuu:-cufuma sheyxanaa kan jinni tahee kan insi warra wamicha gara gabbarti waan rabbi gaditti namaa goodhaatii Ergamaan Rabbii nija’an Ambiyaan cuftii obboleyyani amantiin  isaaniti tokko{hadisa bukhari fi muslim irratti waligalan}

س7: ما هو توحيد الرب؟

ج7: توحيد بأفعاله كالخلق و التدبير و غيرها ... قال تعالى "الحمد لله رب العالمين" الفاتحة :2..و قال صلى الله عليه و سلم : (أنت رب السموات و الأرض) متفق عليه..

  7. Tawhiida Rabbii {Rububiyya} jechuun maali?           

 Deebii:- Rabbi hujii isaatin tokkuchoomsudha .fakkenyaf:- umaa umuu, amrii hunda akka fedhetti garagaggalch, rizqii razaqu fi k.k.f kana laalchise Rabbiin oltahe akkana ja’a '' Faaruu { galanni } kan Allaha { gooytaa } hata’u isa addunyaale { alamman}umee toohatuuf } '' Ergamaan Rabbiitis nija’an ''Atii yaa Rabbi kan dachii fi samii umee tohatuu '' jechuni dubbatan { hadisa bukhaarifi muslim irratti waligalan }

س8: ما هو توحيد الإله؟

ج8: هو إفراد بالعبادة كالدعاء و الذبح و النذر قال الله تعالى :" و إلهكم إله واحد لا إله إلا هو الرحمن الرحيم" البقرة : 163.. و قال عليه الصلاة و السلام (فليكن أول ما تدعوهم إليه شهادة أن لا اله إلا الله ) متفق عليه..و في رواية للبخاري ( الى أن يوحدوا الله).
.

8.Tawhida Uluhiyya{Gooftumma} jechhun maali?

Deebii:- Rabb igabbartin  kophxessudha.F.K:- akka du’a’i{rabbiin kadhatu},goorraatii  ,qodha godhu fi k.k.f. Rabbiin oltahe akkana ja’a {Rabbin keyssan Rabbii tooko isa malee kan gabbarti haqa godhatee hin jiru isa addunyaarratti umaa hundaaf tola oolu kan akhiiratti mu’umina qofaan tola olaa tahe} ''sura baqara''  Ergamaan Rabbitis akkana je’an Wanni  dura ittin nama yaamttan hataatuu Rabbiin malee kan haqaan gabbaramu akka hin jirre raga bahinsarratti { hadisa bukhari fi muslim irratti waligalan } '' gabaasa birooti '' { akka Rabbiin tokkuchoomsan }

 

س9: ما هو توحيد صفات اللهو أسمائه؟

ج9: هو إثبات ما وصف الله به نفسه في كتابه أو وصفه رسوله في أحاديثه الصحيحة على الحقيقة بلا تأويل و لا تفويض و لا تمثيل و لا تعطيل كالاستواء و النزول و اليد و غيرها مما يليق بكماله قال تعالى" ليس كمثله شيء و هو السميع البصير"الشورى :11..و قال عليه الصلاة و السلام ( ينزل الله في كل ليلة الى سماء الدنيا..) رواه مسلم..

 

9.Tawhiidu sifaati Allahi wa’asma’ihi {tawhiida maqaa tifi haala Rabbi} jechun maali?

Deebii:- Waan Rabbiin fakkenya isaa ani akkanaan fakkadha ja’e kitaaba isaa kessatti sabachifatee sabachisudha .Akkasumas Ergamaan isaa hadisa sahiha kessatti irra sabachise  dhugarratti sabachisudha . kessa qoqotuu{kessa waa lallaalu maleen}, waan Quraa’anaafi Sunnaa kessatti argan jijjiru maleen , bikka sanii hikkaa biroo jijjiru maleen, akkasumaas fakkenya biroo baasufi maleen akka Quraanaa fi Sunnaarraa nutti gadiin dhufametti sabachisutu nurratti dirqama.akka warri garii waa jijijjiru godhu dhabu fakkenyaaf:- akka arrshirratti oltahisa Rabbii , halkan walakka gara sami duniya bu’insa isa, harka qabaatu isaa ti fi k.k.f   irraa waan guuddina{guutummaa} rabbitin maluu . Rabbiin oltahe nija’e'' Rabbitti wanni fakkatu takkalleen hin jiru inni argaa fi dhagahaadh'' { sraa shuuraa }  

           Ergamaan Rabbii nija’ee '' Rabbiin halkan hunda gara samii duniyaati gad bu’a…  {hadisa muslimtu gabaase} '' bu’insii inni bu’us bu’insa guddina isaatin malee bu’insa isaa sanitti umaa isaa kessaa kan bu’insa isatti fakesse bu’u dandahu hin jiruu.

 س10: أين الله؟

ج10: الله فوق العرش على السماء قال تعالى" الرحمن على العرش استوى"طه:5..أي علا و ارتفع كما جاء في البخاري. و قال صلى الله عليه و سلم ( ان الله كتب كتابا..فهو عنده فوق العرش) متفق علي
ه

    10. Rabbiin Essa Jira?
    
      
Deebii:- Rabbiin samii gubbaa arshiirratti oltahe jira. Rabbiin oltahe nija’e Rahmaan { kan umaasatiif tola olaa tahee } Arshiirratti oltahee { suuraa Xaaha }     jechuu oltahe ammas  gubbaa tahe akka bukhariin gabaaseetti ergamaan
Rabbii nija’e
Rabbiin kitaaba barreesse… Kitaabni  sunu isa bira arshi olitti kan jiru. {hadisa bukhaarifi muslim irratti waligalan}  

س11: هل الله معنا؟

ج11: الله معنا بسمعه و رؤيته و علمه قال تعالى " قال لا تخافا إنني معكما اسمع و أرى" طه :46..و قال عليه الصلاة و السلام ( إنكم تدعون سميعا قريبا و هو معكم ) أي بعلمه رواه مسلم.
.

  11. Sii Rabbiin nuwalin jiraa?

  Deebii:- Ee Rabbiin dhagetti isaatin argaa isaa ti fii beekkumsa isaatiin nuwalin jira yeroo maraahu. Akkuma Rabbiin oltahe ja’etti < Rabbin nija’e hin sodaatinaa ani isini walinin jiraa nindhagahaas ninargaas > { suuraa Xaahaa } Ergamaa Rabbiitis nija’ee '' Isiin niyaammattan{nikadhattan}dhagayaa fi dhihaataa kan tahee akkasumas kan isini walin tahe.'' { muslimtu gabaase }

س12: ما هي فائدة التوحيد؟

ج12: فائدة التوحيد هي الأمن في الآخرة من العذاب و الهداية في الدنيا و تكفير الذنوب..قال تعالى " الذين ءامنوا و لم يلبسوا إيمانهم بظلم اؤلئك لهم الأمن و هم مهتدون" الأنعام:82.. بظلم أي بشرك.. و قال صلى الله عليه و سلم(حق العباد على الله ان لا يعذب من لا يشرك به شيئا) متفق عليه.
.

 12. Faayidaan Tawhidaa Maali?

Deebii:- Faayidaan tawhiidaa:-akhiraatti ibidda jalaa nagaya bahinsa addunyaarrattis qejeellumma namaa argamsifti dilillee namarra hayxi .
Rabbin oltahe nija’ee '' warra amanee kan ergasii hujii isaani shirkiin walitti hin makin , isaan sanif nagayaatu taheef akhira isaan sani warri qacelaanis '' { suuraa an’aam } Ergamaan Rabbii nija’ee
Haqni gabroonttan Rabbi Rabbiirraa qaban akka isaan hin gubne { hin adabnee } nama isatti waattakka hin qindessin { hadisa bukhaarifi muslim tu irratti waligalee }

 

 

 

 

 

 

 


 

 Qura'ana caqasaa

 

 

Websitii Ulamaai