|
س1:ما هو أعظم الذنوب عند الله ؟ ج1: أعظم الذنوب
الشرك بالله و الدليل قوله تعالى : " و إذ قال لقمان لابنه يا بني لا تشرك بالله ان
الشرك لظلم عظيم" لقمان : 13..و لما سئل رسول الله صلى الله عليه و سلم ( أي الذنب
أعظم قال: أن تجعل لله ندا و هو خلقك) متفق عليه ..الند الشريك..
|
|
1.
Diiliin akkaan gurguddo rabbi biratti
maali?
Deebii:-
Diliin akkaan rabbi biratti jabduu : Rabbiitti waaqindessu{shirki
}dalagu Ragaan :-Rabbin guddatee oltahe akkana ja’a
'' yero
Luqmaan ilma isaa goorsu yaa ilmakooRabbitti waatakka itti hin qindessin
.Rabbitti qindessun dukkana
hamtudha '' { suuraa luqmaan } Ergamaan Rabbitis akkana ja’a <yeroo
namni dhufe gaafatu dili tamtuu akkan jabdu? ja’an nija’en >
Rabbi si’uumeetti waa
qindessutu dili akkaan jabdudha { hadisa bukhaarifi muslim tu irratti
waligale }
|
|
س2:ما هو الشرك الاكبر؟
ج2:الشرك الاكبر هو صرف
العبادة لغير الله كدعاء غير الله و الاستغاثة بالأموات أو الأحياء الغائبين..قال
تعالى "و اعبدوا الله و لا تشركوا به شيئا" النساء:36..و قال صلى الله عليه و سلم
(من اكبر الكبائر الشرك بالله)رواه البخاري..
|
|
2. Shirki Guguuddaan maali?
Deebii:- Shirkii gurguddaa jechun gabbartti waan
Rabbi asitif dabarsu
{ wan rabbi gadi
gabbaru } fakeenyaaf:-Rabbi male waan biraa kadhatu{yamatuu}, waan birorra
gargaarsa barbaadu, nama du’ee fi kan hindu’ini fagoo jirus yaammachu {
khadhatu
} Rabbiin oltahee
nija’a < Rabbin gabbaraa isatti watakkallee itti hin qindesinaa > { suuraa
nisaa’i } Ergamaan Rabbiitis nija’ee < Diilii kessaa goddoon guddowwani
Rabbiitti waaqindessi { isatti sharraksisu } > { bukharitu
gabaase } |
|
س3: هل الشرك موجود في هذه الأمة ؟
ج3: نعم موجود و
الدليل قوله تعالى " و ما يؤمن أكثرهم بالله الا و هم مشركون"يوسف:106..و قال صلى
الله عليه و سلم(لا تقوم الساعة حتى تلحق قبائل من أمتي بالمشركين و حتى تعبد
الأوثان ) صحيح رواه الترمذي..
|
|
3. Ummata Mohammed kana kessa shirkiin nijirti?
Deebii:- Ee
nijirti.Ragaan
Rabbiin nija’ee
'' Irraguddinni isaani Rabbiitti hin amanne erga
Rabbitti waaqindesan boda male '' { suuraa yusuf } Ergamaan Rabbitis nija’e ''
qiiyaamaan hin
dhaabbattu haga ummata kiyyarraa gosti takka mushrikatti warra sanama
gabbarutti } dhuftee sanama gabbartutti '' { hadisni sahiha tirmizitu
odesse } |
|
س4: ما حكم دعاء الأموات و ا الغائبين؟
ج4: دعاء
الأموات أو الغائبين من الشرك الأكبر قال تعالى " و لا تدع من دون الله ما لا ينفعك
و لا يضرك فإن فعلت فإنك إذا من الظالمين " يونس :106.. أي المشركين.. و قال عليه
الصلاة و السلام( من مات و هو يدعو من دون لله ندا دخل النار ) رواه
البخاري.. . |
|
4.
nama du’ee fi nama fagoo jiruu
yaamatuun{kadhatuun} murtiin isi maali?
Deebii:-Du’aa yaamatufi
nama fagoo jirurra gargaarsa barbaaduun shirkii
gurguddorraa lakkawwamti. Rabbiin oltahe nija’e
'' Rabbii asitti hin yaammattin
waan fayidaa siif hin kaninee fi hamtuu sirraa hin demsisne
, yoo Rabbi asitti yaammatte yeroo san ati warra if midherraahi
{ mushriikarraahi } ( sura yunis ) Ergamaan Rabbi nija’ee
namni du’ee oso Rabbi cinaatti waan biro
yaammatu ibidda sena { warra jahannami }. ( bukhaaritu gabaase
)
|
|
س5: هل الدعاء عبادة؟
ج: نعم الدعاء عبادة . قال
تعالى " و قال ربكم ادعوني استجب لكم ان الذين يستكبرون عن عبادتي سيدخلون جهنم
داخرين" أي ذليلين..غافر: 60..و قال صلى الله عليه و سلم ( الدعاء هو العبادة) رواه
احمد و قال الترمذي حسن صحيح.. |
| 5.
Duu’aa’in
ibaadaadhaa{gabbartiidhaa}?
Deebii:-
Ee du’a’in ibaadaadha
{ gabbartidha
} Rabbiin nija’ee
Nija’ee Rabbin
kessan nakadhadhaa isinifin qebalaa { nayaammadhaa isin jalaahin awwaadhaa
} warrii
ibaadaa kiyyarra { du’aa’I kiyyarraa } boonanjahaannam senuf taa’an hala xiqqaato
tahaniin ( suraa ghaafir ) Ergamaan Rabbii nija’ee
, duu’aa’iin
ibaadaadha gabbartiidha. Ahmadi gabaase tirmizin hadini gaaridhaa akkasumas
qulqulludha ja’en { hasanun sahih }
|
|
س6: هل يسمع الأموات الدعاء؟
ج6: لا يسمعون قال
الله تعالى : 1-" انك لا تُسمع الموتى" النمل 2- " و ما انت بِمسمع من في
القبور" فاطر : 22..
|
|
6. Sii duu’aan yeroo
yaammatan{kadhatan }nidhagahaa?
Deebii:-
Hin dhagahuu Rabbiin
nija’a
(1)
''yaa ergamaa kiyya atii du’a hin
dhagesistu'' ( suraa naml ) (2) '' Atii waahin taanee kan nama qabrii kessa
jiru dhagesistu '' ( suraa faaxir )
|
|