|
س7: هل نستغيث بالموات أو الغائبين ؟
ج7: لا نستغيث
بهم قال تعالى : 1- " و الذين يدعون من دون الله لا يخلقون شيئا و هم يخلقون
اموات غير احياء و ما يشعرون ايان يبعثون" النحل:20.. 2- " إذ تستغيثون ربكم
فاستجاب لكم"الأنفال:9..و قال صلى الله عليه و سلم " يا حي يا قيوم برحمتك أستغيث)
حسن رواه الترمذي..
|
|
7.
Nama du’ee fi kan fagoo jiruu yaammatu{tumsa irra barbaadu}
nidandenyaa?
Deebiin:-
Isaanin
gargaarifachuun hin dandahamu Rabbiin oltahe nija’ee (1) warrii Rabbii
gaditti yaammatan
sun watakka ummu hin dandahan ififu umamoodha.sanu isaan du’oodha
jiraato miti guyyaa du’arraa kafamanille hin
bekan(suuraanahl) (2) '' yeroo Rabbii kessanirr gargaarsa barbaaddan isinif qebalee
isinif tuumse'' (suuraa anfaal) Ergamaan Rabbii nija’ee
'' yaa jiraataa yaa kan zalaalan jiraataa
tahe toolee ketiin gargaarsifanna '' { hadisni gaaridha{hasani tirmizitu
gabaase }
|
|
س8: هل تجوز الاستعانة بغير الله؟
ج8: لا تجوز و
الدليل قوله تعالى :" إياك نعبد و إياك نستعين" و قوله صلى الله عليه و سلم ( إذا
سألت فاسأل الله و إذا استعنت فاستعن بالله) حسن صحيح رواه
الترمذي..
|
|
8.
Rabbi gaditti waan birorra tumsa barbaadun
nidandahamaa?
Deebiin:- Hin dandahamu. Rabbin
oltahee nija’ee '' summa qofa gabbarra,suma qoofarra
tumsa barbaadna'' { suuraa fatihaa } Ergamaan Rabbii nija’ee ''
yoo gaafatu {
khadhatu
} fete
Rabbuma gaafadu yoo tumsa barbaaddes Rabbumarra barbaadi
'' {
hadisni hasani
fi sahiha Tirmizitu gabaase }
|
|
س9: هل نستعين بالحياء؟
ج9: نعم فيما يقدرون عليه
.قال تعالى " و تعاونوا على البر و التقوى " المائدة :2.. و قال صلى الله عليه و
سلم ( و الله في عون العبد ما كان العبد في عون أخيه) رواه مسلم
|
|
9.Nama jirurra gargaarasa barbaadun
nidandahamaa?
Deebiin:- Ee nidandahama waan
dandahan kessatt. Rabbiin oltahee nija’e '' walgargaaraa toltuu fi soodaa
Rabbiirratti '' {
suuraa maa’ida
}
Ergamaa Rabbitis nija’ee
'' Rabbiin gargaarsa gabrichaarra hin demu
waan gabrichii obbolessa isaa gargaaraa jirun '' { muslimtu
gabaase }
|
|
س10:هل يجوز النذر لغير الله؟
ج10: لا يجوز النذر
الا لله لقوله تعالى" رب اني نذرت لك ما في بطني محررا" آل عمران:35..و قوله عليه
الصلاة و السلام( من نذر ان يطيع الله فليطعه و من نذر ان يعصيه فلا يعصه) رواه
البخاري..
|
|
10.Rabbi gaditti umaaf qoodhaa goodhun
nitahaa { nihayyamamaa } ?
Deebiin:-
Qoodhaan Rabbiif
malee goodhun hin hayyamamu.Rabbiin oltahee nija ’ee < yaa Rabbi kiyya ani ilmoo
garaa kiyya kessa jirtu qoodhaa ketiif qulqulleese jiraa narraa qebalii
} >
{ suraa Al
imraan } Ergamaan Rabbii nija’ee '' namni Rabbif qoodhaa godhee xaa’aa rabbirratti yoo tahee
hagutu qoodhaa isaa san
namni ma’asiyaarraati
{ dilirratti
} qoodhaa goodhemmo dilisan hin
gutini hadhisu '' { bukharitu gabaase }
|
|
س11:هل يجوز الذبح لغير الله؟
ج11: لا يجوز و الدليل
قوله تعالى: " فصل لربك و انحر" الكوثر :2.. انحر أي الذبح لله..و قال صلى الله
عليه و سلم ( لعن الله من ذبح لغير الله) رواه مسلم..
|
| 11.
Rabbin maleetti waan biraatif
gorra’uun{qalun}nihayyamamaa? Deebiin:- Hin dandahamu! Rabbiin oltahee nija’a
''
Rabbi ketiif sagadi rabbima keetif goorra’i '' {
suura
kawsar } Ergamaan Rabbii
nija’e
Rabbiin ni’abaare nama goorra’ee
waan Rabbi gaditiif
{muslimtu
gabaase }
|
|
س12: هل نطوف بالقبور للتقرب بها؟
ج12: لا نطوف الا
بالكعبة و قال تعالى" و ليطوفوا بالبيت العتيق"الحج:29..و قال صلى الله عليه و سلم
( من طاف بالبيت سبعا و صلى ركعتين كان كعتق رقبة ) صحيح رواه ابن
ماجة..
|
|
12. Rabbitti akka
olnudhihessanif jecha qabri nixawaafnaa?
Deebiin:-
Xawaafnii ka’aa malee
qabridhaaf hin hayyamamu! Rabbiin oltahe akkana ja’ee '' haxawaafani mana kiyya
qulqullaawaa sanitti '' {
suuraa hajj
Ergamaan Rabbiitis
nija’ee
'' namni ka’abaan toorba naannawe
{ xawaafe
} ergasi achitti raka’aa
2salaate, akka nama gabra bilisomseti '' {hadisni sahiha ibnumajaatu
gabaase}.
|
|
س13: ما حكم السحر؟
ج13: السحر من الكفر قال
تعالى"و لكن الشياطين كفروا يعلمون الناس السحر" البقرة:102..و قال عليه الصلاة و
السلام( اجتنبوا السبع الموبقات: الشرك بالله و السحر..) رواه مسلم
|
|
13.Nama
Sihri
Dalagu
Murtin
Isaa
Maali
?
Deebiin:-
Namni sihrii godhu
kaafirarraahi! Rabbiin oltahe nija’ee < sheyxaanaatu kafare ilma namaa sihri
barsise > { suuraa baqaraa } Ergamaan Rabbiitis
nija’ee
<
waa toorba
{ 7
} tan nama halaaktu
irraa fagaadhaa san kessa {Rabbitti waa
qindesu, sihrii godhu,…………… ..} >
{muslimtu
gabaase}
|
|
س14: هل نصدق العراف و الكاهن في علم الغيب؟
ج14: لا
نصدقهما لقوله تعالى :" قل لا يعلم من في السماوات و الأرض الغيب الا الله " النمل
: 65.. و قال صلى الله عليه و سلم : من أتى عرافا أو كاهنا فصدقه بما يقول فقد
كفر بما انزل على محمد) صحيح رواه احمد.. |
14. WArra waan fagoo
beynaa himatu fi warra raagaa bekuumsa
fagoo kessatti dhugoomsuun nihayyamamaa?
Deebiin:-
Dhugoomsuun hin
dandahamu!Rabbiin oltahee nija’ee
'' ji’iin yaa
ergamaako samii fi dachii kessattillee namni beku hin jiruu bekkumsa fago
Rabbiin maleetti'' { suuraa naml }
Ergamaan Rabbiitis
nija’ee <namni warra waa raagu { waan fago beyna himatutti
}
dhufee waan isaan ja’an dhugomseedhugaa waan muhammed
irratti bu’eetti kafare { kijibsise dide } { hadisni sahiha Ahmed tu
gabaase } |
|
س15: هل يعلم الغيب احد؟
ج15: لا يعلم الغيب احدا
الا من اطلعه الله من الرسل قال تعالى " عالم الغيب فلا يظهر على غيبه احدا الا من
ارتضى من رسول" الجن: 26.. و قال صلى الله عليه و سلم ( لا يعلم الغيب الا الله )
حسن رواه الطبراني..
|
|
15.
Sinamni waan fagoo beku nijiraa?
Deebiin:-
Namni waan fagoo
beeku hin jiru nama Rabbiin ergamtoota isaarra waan
garii irra fidee malee! Rabbiin oltahee nija’ee ''Rabbiin isa waan fagoo beku
bekumsa isaa kan fagoo san nam tokkoof if hin
baasneef ergamtotaisaarra nama jaalateef malee'' { suraa
jinni }
Ergamaan isaatis nija’ee ''namni waan fagoo beku hin jiru Rabbiin
malee''{ hadisni gaaridha ( hasani_Xabraaniitu gabaase } |
|
س16: هل نلبس الخيط و الحلقة للشفاء؟
ج16: لا نلبسها
لقوله تعالى " و ان يمسك الله بضر فلا كاشف له الا هو" الأنعام : 17.. و قوله
صلى الله عليه و سلم ( من علق تميمة فقد أشرك) صحيح رواه احمد أما التميمة فهي
الخرزة ا الودعة تعلق من العين..
|
|
16. jibrii mormarratti dawaaf hidhatu fi waan akka guumee tan
sibilarra dalagamtu dawaaf harkatti naqatuun nihayyamamaa?
Deebiin:-
Hin dandahamu!
Rabbiin oltahee nija’e < yoo Rabbin hamtuu takka situqe wanni hamtu san irraa debisu hin
jiru isa malee { Rabbii male } > { suraa an’am } Ergamaan Rabbitis nija’ee <
bekii isin raraafatee tun xiqqenya malee siif hin
idaatu,firraahiki darbbi ,ati silaa dutee odo hala
kanarra jirtuu abadan ibidda rabbi jalaa najaa hin baatu
{ hin
milkoytuu } > ( hadisni Haakimtu gabaase sahiha ja’ een imaamu zahabi wajinis
irrati waligalan }
|
|
س17: ما حكم العمل بالقوانين المخالفة للإسلام ؟
ج17: العمل بالقوانين المخالفة للإسلام كفر إذا أجازها أو اعتقد
صلاحياتها..قال تعالى : و من لم يحكم بما انزل الله فأولئك هم الكافرون " المائدة
:44..و قال صلى الله عليه و سلم ( و ما لم تحكم أئمتهم بكتاب الله و يتخيروا مما
انزل الله الا جعل الله بأسهم بينهم) رواه ابن ماجة و غيره |
|
17.
Waan bahara kessaa bafamu kan ijaaf hidhataniifi waan san fafakaatu
godhatuun nihayamamaa?
Deebiin:-
Hin rarannu ija
sodaaf! Rabbiin oltahee nija’e '' yoo Rabbiin hamtu takkan situqee namni sirraa
kaasu hin jiru isa malee ''
{ sura
an’am } Ergamaan Rabbiitis
nija’ee '' namni
ija sodaaf ykn fayyaaf waa rarraafatee dhugaa Rabbiitti
waaqiindesse { shirki godhe } '' { Ahmad tu gabaase }
|
|
س18: كيف نرد الشيطان :من خلق الله؟
ج18: إذا وسوس
الشيطان لأحدكم هذا السؤال فليستعذ بالله قال تعالى " و اما ينزعنك من الشيطان نزع
فاستعذ بالله انه هو السميع العليم" فصلت : 36.. و علمنا الرسول أن نرد كيد الشيطان
و نقول( آمنت بالله و رسله الله احد الله الصمد لم يلد و لم يولد و لم يكن له كفوا
احد) ثم ليتفل عن يساره ثلاثا و ليستعذ من الشيطان و لينته فإن ذلك يذهب
عنه)>>هذه خلاصة الأحاديث الصحيحة الواردة في بخاري و مسلم و احمد و داود |
|
18. Seera biraa
kan
shari’aa islaamaatin waldhabuun
murteffatun nitaha?
Deebiin:-
Namni seera seera
islaamaati alatti tumame hujirra olche yoo santu caala ja’ee yaade yookin
nitaati ja’e nikafara { amanti islaamarraa
baha } Rabbiin oltahee nija’ee ''
namni waan Rabbiin buseetti hin
murteffatiin isaantu kaafira '' { suuraa maa’idaa }
Ergamaan Rabbiitis
nija’ee <motummaan tokka kitaaba Rabbiitin murteffatu hin
dhistu,waan Rabbii busserra waan biraa filatun , yoo Rabbiin isaan jiddutti
waldiddaa khaaye male hin
taane > { hadisni hasani { garidha } Ibnumajaah fi warra biratu gabaase
} |
|
س19: ما هو ضرر الشرك الأكبر؟
ج19: الشرك الأكبر
يسبب الخلود في النار قال تعالى " انه من يشرك بالله فقد حرم الله عليه الجنة و
مأواه النار و ما للظالمين من أنصار" المائدة : 72..و قال صلى الله عليه و سلم( ومن
لقي الله يشرك به شيئا دخل النار) رواه مسلم.. |
|
19.
Haala kamiin gaafi
sheeyxaanaa ifirraa debisna :yoo enyutu Rabbii ume siin ja ’ee?
Deebiin:-
Yoo tookko kessan
sheyxaanni gaafi akkasitin isin waswaase Rabbiitti irraa maganfadhaa. Rabbiin
oltahee nija’ee '' yeroo butaan sheyxaanarraa taate sibutte siwaswaaste Rabbiitti
irraa maganfadhu Rabbiin dhagayaa fi
waan hunda bekaadhaati '' { suuraa fussilat } ergamaan Rabbii nubarsisee akka mala sheeyxaanaa
ifirraa debisnuf ''
Rabbiifi Ergamaa
isatti amanee, Rabbiin tokko,Rabbiin kan umaan hundi
itti irkattu;isa hin dhalatini isa hin dhalinis isa fakkaataan isaaf hin jirre
'' du’a’I tana ja’ee ergasi yero
sadi (3) gara bitaa hatufu sheyxaanarraa hamaganfatu, hafixatu, ergasi halle
waswaasaa sun irraa demti}(kutaan kanaa asirratti dhumatti { hadisni sahiha
bukhari fi muslim kessatti dhufte jirti akkasumaas Ahmadi fi Abu dawudis
gabaasan }
|
|
س20: هل ينفع العمل مع الشرك؟
ج20:لا ينفع العمل مع
الشرك لقوله تعالى عن الأنبياء " و لو أشركوا لحبط عنهم ما كانوا يعملون"الأنعام :
88..و قال صلى الله عليه و سلم ( قال تعالى أنا أغنى الشركاء عن الشرك من عمل عملا
أشرك معي فيه غيري تركته و شركه)رواه مسلم..
|
|
20. Sherkii gurguddoon
ibidda dawaamuf sababa namarratti nitaati?
Deebiin:-
Ee
ibidda dawaamuf
{ abad
taa’uf } sababa nitaati ! Akkuma Rabbiin oltahee ja’eetti ''
dubbiin namni Rabbiitti sharraksise
{ waa itti qiindesse
}
Rabbiin jannata haraam irratti goodhee qubsumni isaa ibidda warra lubbu ofi shirkidhaan midheef tumsii
hin taane '' { suraa maa’idaa } Ergamaan Rabbitis
nija’ee namni oso Rabbiitti waaqinddesu
du’ee Rabbiin qunname ibidda seena.
{ muslim tu gabaase
}
|