 |
|

|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
الشرك الأصغر Shirkii
xixiqaa
|
س1: ما هو الشرك الأصغر؟
ج1: الشرك الأصغر هو
الرياء قال تعالى: " فمن ان يرجوا لقاء ربه فليعمل عملا صالحا و لا يشرك بعبادة ربه
احدا" الكهف:110..و قال صلى الله عليه و سلم ان أخوف ما أخاف عليكم الشرك الأصغر :
الرياء" صحيح رواه احمد ..و من الشرك الأصغر قول الرجل : (لولا الله و فلان أو ما
شاء الله و شئت)..و قال تعالى ( لا تقولوا ما شاء الله و شاء فلان و لكن قولوا ما
شاء الله ثم شاء فلان) صحيح رواه أبو داود..
|
|
1.
Shirkii xixiqaa jechuuun maalii?
Deebiin:-
Shirki xixiqaa jechun na’argaadha! Rabbiin
oltahe nija’ee <namni Rabbii isaa qunnamu fedhe dalagaa gaarii hadalagu
gabbartti Rabbii kessatti humaa itti hin qindessiin ''
{ suuraakahf } Ergamaan Rabbiitis
nija’ee ''
wannin akkaan isinirraa sodaadhuu shirkii
xixiqoodha { na’argaa } '' { sahiha Ahmed tu gabaase } -Shiirkii xixiqorraa wani lakkaawwamu tan
akka waan rabbi fi
abaluf ykn waan Rabbiin fedhe fi ati fete}akka jechufaa
Rabbiifi abalu walbira qabani dubbatu Ergamaan Rabbii nija’ee
waan Rabbiin fedhe fi waan abalu fedhe
hin ja’iinaa,hataatu garu waan Rabbiin ja’e
ergasi abalu ja’ee ja’aa
{ sahiha Abu Daawud tu
gabaase }
|
|
س2:هل يجوز الحلف بغير الله؟
ج2: لا يجوز الحلم
بغير الله قال تعالى"قلب بلى و ربي لتبعثن" التغابن:7..و قوله عليه الصلاة و
السلام(من حلف بغير الله فقد أشرك)صحيح رواه احمد..و قال(من كان حالفا فليحلف بالله
أو ليصمت)متفق عليه..
|
2.
Rabbi gaditti waan biraatin kakatun
nihayyamamaa? -Rabbii gaditti waan
biraatin kakatuun hin hayyamamu! Rabbii oltahee nija’ee ji’in yaa ergamaa
kiyya dhugaa maqaa Rabbii kiyyaatin isinif kakadhaa kaafamuf tessa '' {
suratu tagabun
} Ergamaan Rabbii nija’ee '' namni Rabbiin maleetti waan biraatin kakate dhugaa Rabbiitti waa
qindesse { sahiha Ahmed tu gabaase } ammas Ergamaan Rabbii nja’e
'' namni kaktu fedhe Rabbiin hakatu ykni hadhisu kakuma sanu '' { hadisa irratti
waligalan bukhaarifi muslim }
|
|
|
|
| |
|
|
|
|
|
| |
 |
|
|
 |
|
 |