|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
التوسل و طلب الشفاعة
Tawassula
{ Oldhihaatu Gara
Rabbi } Fi Shafaa'aa Barbaadu
|
|
س1:بماذا نتوسل الى الله؟
ج1: التوسل منه جائز و
ممنوع : 1-التوسل الجائز و المطلوب : هو التوسل بأسماء الله و صفاته و العمل
الصالح قال تعالى"ولله الأسماء الحسنى فأدعوه بها" الأعرف:180..و قال تعالى"يا أيها
الذين ءامنوا اتقوا الله و ابتغوا إليه الوسيلة " المائدة :35 أي تقربوا إليه
بطاعته و العمل بما يرضيه...ذكر ابن كثير نقلا عن قتادة ..و قال صلى الله عليه و
سلم(لصحابي سأله مرافقته الجنة : أعني على نفسك بكثرة السجود) أي الصلاة و هي من
العمل الصالح ..رواه مسلم..و يجوز التوسل بحبنا و حب الله للرسول و
الأولياء..<<لمعرفة المزيد راجع رسالة التوسل و أحكامه و أنواعه للشيخ
الألباني.. 2-التوسل الممنوع: و هو دعاء الأموات و طلب الحاجات منهم كما واقع
اليوم و هو شرك اكبر لقوله تعالى "و لا تدع من دون الله ما لا ينفعك و لا يضرك فإن
فعلت فإنك إذا من الظالمين"يونس:106.. 3-أما التوسل بجاه الرسول صلى الله عليه و
سلم كقولك : يا رب بجاه محمد اشفيني.. فهذا بدعة لان الصحابة لم يفعلوه و لان عمر
توسل بالعباس حيا بدعائه و لم يتوسل بالرسول بعد موته و هذا التوسل قد يؤدي للشرك و
ذلك إذا اعتقد ان الله محتاج لواسطة بشر كالأمير و الحاكم لأنه شبه الخالق
بالمخلوق!!
|
|
. Maaliini Rabbiitti
oldhihaatan?
Deebiin:-
wanni Rabbitti
oldhihatanin tan dhorgaa ti fi tan dandahamtutu jira
1.-tawassulli
dandahamu akka Rabbuma maqaa isaati fi haala { sifaa } isaatin kadhatanii
oldhihaatuammas dalagaa gagaari qaban irraatti rara’ani
-Rabbiin oltahe nija’ee <
Rabbiif maqaa
gaggaaritu taheefi sanin waan barbaadan gaafadhaa >
{ suuraa A’araaf
}
- ammas Rabbiin oltahee nija’ee
< yaa warra imaana
kennamtan Rabbi kessan sodaadhaa waan
isatti isin dhihessus isumarra barbaada > jechuun ajaja Rabbi gutuun gama
isaa dhihaadhaa hujii inni jaalatu
hojjedhaa {
ibnu kasir nidubbate akkuma qataadarraa gabaasetti
} { ayatani
suraa mayidarraahi }
-Ergamaan Rabbiitis
nija’ee
< yaa Rabbii maqaa kee hundaanin sikadha
> . { sahiha
Ahmed tu gabaase } Ergamaa Rabbiirra
odeffame ammas nija’ee <
waa’ee sahabtichaa jannata kessatti saahiba
kee tahun jaaladhaa kan ja’eenirraa wani inni debisef hayyega yoo akkas
fete sujuda heddumesun nagargaari jadheen > { jechhun salaata heddummessi hujin
caaltuun salaataati
} { muslim tu
gaabaase } -ammalle tawassulli{gara Rabbi dhihenya barbaadun}Rabbi jaalatuun
ergamaa isaa jaalatun gabroottan Rabbi gaggaari jaalatun barbaadun nidandahama.
akka jara gaara senani dhagaan itti cufamee hujii isaani gaggaari duraan
dabarsanin Rabbitti oldhihaatani sanin isaan farrajee { furmaata
kanneef } 2.Tawassulli{rabbitti oldhihatinsa barbaadun}
dhorgamaan:- akka du’aafaa yaammatu,nama du’erra hajaanabaasa ja’ani isaanirra
waabarbaadu, akkuma yeroo amma kana bikka hundatti bekkama tahee haala san
goodhun shirki guguddodha . akkuma Rabbiin oltahe
dubbatetti < Rabbii gaditti waan sihinfayyadne ykn dararaa sirra fidu hin
dandenye hin yaammatin, yoo haala san sirraa argame ati yero san nama lubbu ofi
shirkin midheerraa taata > { suuraa yunus } 3.barakaa
Rassulaatin { Sa.A.W } dhiheenya barbaaduun akka <yaa Rabbi barakaa Rassulaatin
nafayisi > jechfaa, tuni bid’aadha
maalif yoo janne sahabaan dalagaa isaani irraa hajaalatu hala kana hin
goone { hinhijenne }, Umarilleen Abbas odoo
inni lubbun jiruti du’aa’ii isaatin dhihate{jechun abbas odo jiruti akka du’a’I
goodhuf gaafate malee barakaa abbaasin jadhe ykn rassulaatin jadhee erga
du’ani barakaa isaanitti hin irkanne,
tawassullii nama du’eetti godhan kun shirkitti nama gessiti, kessaafu yero
gabrichi tokko rabbin du’aa’I namarraa qebaluuf waasixaa { ergaa du’ai’ san itti gesittutti }
hajama je’ani
yadan akka motumma dachirra jirutti
inumaa yeroo san umamatti fakessehu. Waa’ee kanaa gabaasa heddu ragaalee adda addaa argatuuf kitaaba
shekh il muhaddis
< Mohammed binu Naasirudin Al Albani
> kaaye
( Attawasulu wa’ahkaamihi wanwaa’ihi ) jadhuu laaladhaa .
|
|
|
س2:هل يحتاج الدعاء لواسطة بشر؟
ج2: لا يحتاج
لواسطة بشر لقوله تعالى " و إذا سألك عبادي عني فإني قريب"البقرة:186..و قوله عليه
الصلاة و السلام(إنكم تدعون سميعا قريبا و هو معكم) أي بعلمه ..رواه مسلم..
|
|
2.Du’aa’iin namarraa qebalamuuf nama olgessutti nihajamti?
Deebiin:-
Du’aa’iin nama olgessuutti hin haajamtu , kanaafu Rabbiin
oltahee kitaaba isaa kabajamaa kessatti akkana jechun dubbate<yeroo
gabroottan kiyya waa’e kiyyarraa sigaafan ani isinitti dhihodha ji’in waamicha nama nayaame niqeebala yero nayaamatanitti ….itti
fufa > ( suuraa baqaraa ) Ergamaan Rabbiitis nija’ee
< isin kan yaammatan dhagehaa fi kan akkaan isinitti dho kan isini wajji jiru.
{ waji jirenyi zataan odoo hin taane
kan bekumsa
isaatin nuwalin jiraatu } ( muslimtu gaabaase )
|
|
س3:هل يجوز طلب الدعاء من الأحياء؟
ج3: يجوز طلب
الدعاء من الأحياء لا الأموات؟؟ قال تعالى يخاطب الرسول حياً :"و استغفر لذنبك و
للمؤمنين و المؤمنات" محمد:19..و في الحديث الصحيح الذي رواه الترمذي (ان رجلا ضرير
البصر أتى النبي فقال:أدع الله أن يعافيني...)
|
|
|
3. Nama lubbun jiru du’aa’I naaf godhi
je’ani gaafatuun nihayyamamaa?
Deebiin:-
Ee nama lubbuun
jirurra du’aa’ii barbaadun nidandahama garuu nama du’een jechun
hindandahamu.Rabbiin oltahee Ergamaa isaatin nija’e <dili teetiif araarama
gaafadhu mu’umintotaafis > ( suuraa muhammed ) Hadiisa sahiha
{ qulqullu
} Tirmizin gabase kessatti< namticha iji
dhukubdu tokko Rassulatti { S.A.W } dufee yaa ergamaa rabbi du’aa’I naafgoodhi akka nafayyisuf
ja’een……>
|
|
س4:ما هي واسطة الرسول صلى الله عليه و سلم؟
ج4:
واسطة الرسول عليه الصلاة و السلام هي التبليغ قال تعالى "يا أيها الرسول بلغ ما
أنزل إليك من ربك"المائدة: 67..و قال عليه الصلاة و السلام (اللهم اشهد) جوابا لقول
الصحابة (نشهد أنك قد بلغت) رواه مسلم..
|
|
4. Maalii waasixaan
{ wanni Ergamaan Rabbii
nufi rabbi jidu itti
jiru }?
Wanni Ergamaan Rabbii Rabbi fi
ilma namaa jiddu ittin jiru dhaamsa Rabbin itti buusee dhaqabsisudha . Rabbiin oltahe nija’ee
< yaa ergamticha
dhaqabsisi waan Rabbikee biraa sirratti bufamee > { suuraa
maa’idaa } Ergamaan Rabbiitis nija’ee <
yaa
Rabbi raga tahii,! Debisaa jecha sahabaan akkana
jettetif yaa ergamaa rabbi nuti dhaamsa dhugaan dhaqabsisukee raga siif tana
yero jedhan > ( muslimtu gaabaase
)
|
|
س5: ممن تطلب شفاعة الرسول عليه الصلاة و السلام؟
ج5: نطلب شفاعة الرسول من الله قال تعالى " قل لله الشفاعة
جميعا"الزمل:44..و علم صلى الله عليه و سلم ان يقول (اللهم شفعه في)حسن صحيح رواه
الترمذي..و قال صلى الله عليه و سلم ( إني اختبأت دعوتي شفاعة يوم القيامة من مات من
أمتي لا يشرك بالله شيئا ) رواه مسلم..
|
|
5. Mangudummaa Rassulaa
tan guyyaa qiyaamaa Rabbii biratti nuf tahu
enyurra barbaanna?
Shafaa’a{manguddummaa}Rassuulaa Rabbiirraa barbaadna, Rabbiin
oltahee nija’ee <jee’iin yaa ergamaa kiyya manguddummaan{ sha’aan }cuufti
tanuma rabbit i> ( suuraa zumar ) -Ergamaan Rabbii
sahaba isaa nibarsise akka akkana je’an
<
yaaRabbi akka nashafa’u isa
godhi > ( Tirmizitu gabaase hadisni jabaa fi qulqulludha ) -Ergamaan Rabbii ammas nija’ee
< Ani olin
kaayee du’aa’ii tiyya akka guyya qiyaama ummata kiyyaaf shafaa’a taatuf ,
ummatni sunu warra odo Rabbiiti waan hin qindessin{shirki}hin godhin
du’eef > ( muslimtu gabaase )
|
|
س6: هل نطلب الشفاعة من الأحياء ؟
ج6: نطلب الشفاعة
من الأحياء بأمور الدنيا قال تعالى " من يشفع شفاعة حسنة يك له نصيب منها و من يشفع
شفاعة سيئة يكن له كفل منها" أي نصيب من وزرها..النساء : 85..و قال عليه الصلاة و
السلام ( اشفعوا تؤجروا )صحيح رواه أبو داود.. |
|
6. nama lubbun
jirurra shafa’aa barbaadun{mongudummaa gafatun} nihayyamamaa?
-Ee
hajaa
duniyaa kessatti
manguddoo walif tahu nidandahama, Rabbiin oltahe nija’ee <
namni
monguddummaa gaarii namaa tahe sawaabarra qooda argata, namni hamtutti monguddo
tahemmo dilirra qooda fudhata………> { suuraa nisaa } Ergamaan Rabbii
nija’ee<mangudummaa nama jiddu taha ajri itti argattaniti
> { hadiisni
sahiha Abu Daawudi gabaase }
|
|
س7: هل نزيد في مدح الرسول صلى الله عليه و سلم ؟
ج7: لا نزيد في مدحه قال تعالى " قل إنما أنا بشر مثلكم يوحى
إلي أنما إلهكم إله واحد فمن يرجوا لقاء ربه فليعمل عملا صالحا و لا يشرك بعبادة
ربه أحدا " الكهف:110..و قال صلى الله عليه و سلم (لا تطروني كما أطرت النصارى عيسى
ابن مريم فإنما أنا عبد فقولوا عبد الله و رسوله ) رواه البخاري ..الإطراء هو
المبالغة بالمدح..
|
|
7.
Faaruu Ergamaa Rabbii kessatti if biraa itti ida’u
nidandenyaa?
Faaru isaa if bira ida’u hin dandenyu
Rabbiin oltahe nija’ee < ji’in yaa ergamaa kiyya ani nama akka kessanitti wahyitu natti
godhama bar Rabbiin kessan isa tokkicha > ( suuraa Alkahf ) Ergamaan Rabbii nija’ee <
nahinfarsinaa {
faruu kiyya kessa daangaa hin
tarkaanfatina } akka nasaaraan Isa ilma Mariyam dangaa itti tarkanfatanitti, ani
gabricha rabbiti ergamaa rabiti fi
gabricha isaa naan ja’a > { Bukhaaritu gabaase }
|
|
|
|
|
|
|