|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
الجهاد و الولاء و الحكم
Jihada Jaala
Fi Murti
|
|
س1: ما حكم الجهاد في سبيل الله؟
ج1: الجهاد واجب
بالمال و النفس و اللسان قال تعالى " انفروا خفافا و ثقالا و جاهدوا بأموالكم و
أنفسكم في سبيل الله ذلكم خير لكم إن كنتم تعلمون " التوبة : 41 .. و قال عليه
الصلاة و السلام (جاهدوا المشركين بأموالكم و أنفسكم و ألسنتكم ) صحيح رواه أبو
داود .. |
|
1.
Maali murtiin jihadaa {gara rabbitti
lolu}?
Deebiin:-
Jihaadni Rabbif jecha godhamu
waajiba
{
dirqama } lubbu ofitin falmatu horii ofitin falmatu fi
arraba ofitin fi
k.k.k. Rabbiin oltahee nija’ee ''duula bahaa yeroo nashaaxa
qabdani fi yero nashaaxa hin qabnes falmadhaa {lolaa}horii
kessani fi lubbu tessaninis gara rabbiiti '' ( suura tawba ) Ergamaan Rabbi {
N.R.I.H }
i nija’ee
'' mushikatti dulaa lubbu kessain horii fi arraba
kessaninis '' { Abu dawudtu gabaase sahiha }
|
|
|
س2:ما هو الولاء؟
ج2: الولاء هو الحب و النصرة.
قال تعالى " المؤمنون و المؤمنات بعضهم أولياء بعض" التوبة :71..و قال عليه
الصلاة و السلام (المؤمن للمؤمن كالبنيان يشد بعضه بعضا) رواه
مسلم.. |
|
2.
wala’a{jalatun} jechn maali
? Wala jechun jaalalaa fi tumsa. Rabbiin oltahee nija’e
'' mu’uminoota dhiraatifi kan
dhalatilleen
tokkon isaani tokkof jaalallodha '' { suuraa tawba } Ergamaan Rabbitis nija’e '' mu’uminoonni mu’umintotaaf akka jarmayaati
tokkoon isaani tokko jabeessa '' {muslimtu gabase}
|
|
س3: هل يجوز موالاة الكفار و نصرتهم ؟
ج3: لا تجوز
موالاة الكفار و نصرتهم قال تعالى" و من يتولهم منكم فإنه منهم ) المائدة :51..و
قال عليه الصلاة و السلام ( إن آل بني فلان ليسوا بأوليائي) صحيح رواه أحمد
.. |
|
|
3.
Kaafira jaalallo godhatu fi isaanif tumsuun
nidandahamti?
Deebiin:-
Hin dandahamtu akkas godhun. Rabbiin oltahe
nija’ee '' namni isaan { kafirota } jaalallo godhatee
isaanumarraahi….. '' { suuraa maa’iida } Ergamaan Rabbiitis nija’ee
'' warri abaluufaan jaalallo kiyyarrahi
miti jadhe dubbate
'' { sahiha Ahmaditu
gabaase }
|
|
س4:من هو الولي؟
ج4: الولي المؤمن التقي قال
تعالى " ألا إن أولياء الله لا خوف عليهم و لا هم يحزنون الذين ءامنوا و كانوا
يتقون" يونس:62-63..و قال صلى الله عليه و سلم ( إنما وليي الله و صالح المؤمنين)
صحيح رواه أحمد .. |
|
4.
Waliyyin
enyu?
Deebiin:-
Waliyyin mu’umina Rabbi sodaatu,Rabbiin oltahe nija’ee ''
beekaa { dhagahaa
} jalallotan
kiyyaan sodaan isaanirratti hin taane
hin yadawanis,isaan sun warra Rabbitti amane isuma sodaatu
'' { suuraa
yunus } -Ergamaan Rabbiitis nija’ee '' jaalalloon kiyyaa Rabbidha akkasumas gabrottan Rabbi
gaggaaridha '' { sahiha Ahmed tu gabaase }
|
|
س5: بماذا يحكم المسلمون ؟
ج5: يحكم المسلمون
بالقرآن و الحديث الصحيح. قال الله تعالى" و أن احكم بينهم بما انزل الله " المائدة
: 49.. و قال صلى الله عليه و سلم ( عالم الغيب و الشهادة أنت تحكم بين عبادك)
رواه مسلم |
|
5. Muslimni maalin murti
tumata{murtefata} ?
Deebiin:-
Quraanaa fi hadiisa sahihani murtefata.
Rabbiin oltahe nija’e '' hamurtefatani jiddu isaani waan Rabbiin
buseen…………. '' {
suuraa maa’idaa
} -Ergamaan Rabbiitis nija’ee
'' yaa Rabbii waan fagooti fi tan dhihotis beku sumaatu jiddu gabrotan keti
murtessa '' {
muslimtu gabaase
}
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|