|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
السنة و البدعة
Suunaafii
Bida'a Waan Rassulli
Kara
Godhe Fi Baasa Amma
Bahe |
|
س1: هل في الدين بدعة حسنة ؟ البدعة هي المستحدث من الأمور و هنا يقصد بها ما
استحدث بالدين..
ج1: ليس في الدين بدعة حسنة و
الدليل قوله تعالى " اليوم أكملت لكم دينكم و أتممت عليكم نعمتي و رضيت لكم الإسلام
دينا" المائدة :3..و قوله صلى الله عليه و سلم ( و كل بدعة ضلالة و كل ضلالة في
النار) صحيح رواه أحمد و غيره .. |
|
1.
Amanti kessatti bid’a hasana
wanni jedhamtu nijirti?
Amnti islaamaa kessatti bida’a hasanaan hin
jirtu :ragaan
jecha Rabbi oltaheti
< Arrarra egale Amanti kessan isinif guute jira
qanani tiyyalle isinif guute jira Amanti
islaamaa tana isinif jaaladhee jira > {suura maa’idaa }
Ergamaan Rabbitis
nija’ee
< baasni harawni cuftinu jalina,
jallinni cuftinis ibidda keesatti taati > { Ahmadifi warri birati gabaasani
jiran } |
|
|
س2: ما هي البدعة في الدين؟
ج2: البدعة في الدين هي
الزيادة فيه أو النقصان قال تعالى منكرا على المشركين بدعهم " أم لهم شركاؤا شرعوا
لهم من دون الدين ما لم يأذن به الله" الشورى :21 .. و قال صلى الله عليه و سلم (
من أحدث في أمرنا هذا ما ليس منه فهو رد ) رد أي غير مقبول ..متفق
عليه..
|
|
2..
bid’aan {
baasni } Amanti kessati
maali?
-Amanti kessatti basa fidu jechun waan
harawa itti ida’u yoking amantiirraa waa’irrisudh:Rabbin oltahe bid’a
‘mushrikni basterratti yero irratti
debisu<si isaanif tahe warra shari’a harawa isaani busu ,waan Rabbin isaanif
hin hayyamin kessatti > { suuraa shuuraa } Ergamaan Rabbiitis nija’e
<
namni waan harawa baasa baase amri amanti kessatti kan
duraan hin hayyamami yoo tahe isarratti
debifamti { irraa hin qeebalamtu } { haadisa irratti waligalan }
|
|
س3: هل في الإسلام سنة حسنة ؟
ج3: نعم في الإسلام
سنة حسنة قال صلى الله عليه و سلم ( من سن في الإسلام سنة حسنة فله أجرها و أجر من
عمل بها من بعده من غير أن ينقص من أجورهم شيء...) رواه البخاري.. . |
|
|
3.
Amanti islaamaa kessatti sunna hasana
{ karaa gaari
}wanni jedhan nijirti?
-Ee nijirti karaa gaariin:Ergamaan Rabbi nija’e
< namni islaamummaa kessatti
karaa namaaf goodhe sawaaba itti
argata ajrii warra isa boodaan
dalagetillen argata kani warra dalagurraa ajriin irraa hin
irrifamne > { bukhaaritu gabaase } { hadisa kana keessatti wanni laallu karaa yero
jedhamu waan harawaa miti wanni namtichi baasu wahuma karaa godhamterratti
egalee itti laallanna gaarii namaaf tahudha itti fedhame }.
|
|
س4: متى ينتصر المسلمون؟
ج4: ينتصر المسلمون إذا
رجعوا إلى تطبيق كتب ربهم و سنة نبيهم صلى الله عليه و سلم و أخذوا بنشر التوحيد و
حذروا من الشرك على اختلاف مظاهره و أعدوا لأعدائهم ما استطاعوا من قوة قال الله
تعالى " يا أيها الذين ءامنوا إن تنصروا الله ينصركم و يثبت أقدامكم" محمد :7..و
قال تعالى " و عد الله الذين ءامنوا منكم و عملوا الصالحات ليستخلفنهم في الأرض كما
استخلف الذين من قبلهم و ليمكنن لهم دينهم الذي ارتضى لهم و ليبدلنهم من بعد خوفهم
أمنا يعبدونني لا يشركون بي شيئا" النور: 55.. |
|
4.
Muslimni yoom tumsa argata?
Muslimni yeroon tumsa argatu yooni kitaaba Rabbii isaani
jabefatani sunna Rassulaatis jabefatan
, yeroo tawhida Rabbi ummata kessa facaasu guddisani shirkirraa nama
diniinan waan dandahan hunddaan fi gara dandahan cufaan, yero adaawaa
isaanitif hubna waan qabanin qophaawan,
Rabbin oltahe nija’ee < yaa warra Rabbitti amantan yoo isiin Rabbif tumsiitan
Rabbinis isiniif tumsa faana kessanille
isin gad jabessa > { suuraa muhammed } -Ammas Rabbin nija’e jabaate
oltahe < Rabbin ahdii senee warra amanee isinirra warra toltu dalaguf, dachii
tanarratti booda isin ansuuf jiraata akka warra asiin duura dabree booda ansetti
wiliidha Amantti tessan tan isinirraa jalate tanaas isif mijjessa ,soodaa isin
adaawaa tessan sodaatanirraahis nagaya isinif buusa , anuma qoofa gabbaran humaa
natti hin qindeessan > { suuraa nur }.
|
|
|
|
|
|
|
|
|