|
Sadarkaa
Guyyaa kurnaan (10)
Duraa Zul Hujaa
- أقسم الله عز وجل في كتابه لشرفها وعظمها قال -تعالى-: "والفجر وليال عشر" قال ابن كثير -رحمه الله-: "المُراد بها عشر ذي الحجة" كما قاله ابن
عباس وابن الزبير ومجاهد وغيرهم وقال تعالى " ويذكروا اسم
الله في أيام معلومات " قال ابن عباس "أيام العشر"
1.
Sadarkaa guyya kurnaan(10)
duraa waan nugarsiisurra
Rabbii isiin kakatee
"
Yaeoo fajrii fi
galgalowwan kurnanitti
(kakadhee) "
Ibnu kasiir
Rabbiin rahamta
isaaf hagoodhuti
(Tafsiira
isaa kesatti) akki
ja'e "galgalowwan
kurnanitti "
jachuun 'Guyya kurnaan
Zul Hijaati', Akkuma
Ibnu Abaasi fi ibnu
Zubeyrifi Mujaahi
jadhanitti . Ayaata
" Rabbii keessan
yaadadha hanga guyya
beekkamtuu takka
" Ibnu Abbaas
akki ja'ee ' kutta
kurnaan Zul Hijjaati
.
وفى البخاري وغيره أن رسول الله -صلى الله عليه وسلم- قال: "ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه
الأيام (يعني العشر)، قالوا: "يا رسول الله، ولا الجهاد في سبيل الله؟" قال
-صلى الله عليه وسلم-: "ولا الجهاد في سبيل
الله، إلا رجل خرج بنفسه وماله فلم يرجع من ذلك بشيء". وقد دل الحديث على أن
العمل في هذه الأيام العشر أحب إلى الله من العمل في أيام الدنيا كلها من غير
استثناء شيء منها، وإذا كان أحب إلى الله فهو أفضل عنده.
2.
Hadiisa Bukhaari
fi kan biroolle
kesatti , Ergamaan
Rabbi (Nagayaa fi
Rahamanni isaaniratti
haajiraatu ) Akki
ja'aan "Guyyaan
dalagaa garri itti
dalaguun Rabbi birati
irra jaalataam hin
jiru guyyawaan kanarra
' Guyyawwan
kurnaan Zu lhijjaa'
"
eegasi "Yaa Eragamaa Rabbi
Jihaadinilleen moo?
"Ja'aani gaafatan
, Ergamaan Rabbii
" Ee
Jahinilleen , Nama
karaa Rabbirrati
lubbuu isaatiinifi
hoorii isaatiin
bahee eegaasi humatakkanille
kandeebi'iin yoo
taate malee " .
Eega
guyyawan kuni sadarkaa
akkanatti qabaati
isa keesatti maal
godhuu qabna?
-
Isa kesaatti Soommanu
, dalagaa babbareduu
Eragamaan Rabbii
dubbate kesatti
waal galuuf jacha
, ammalle ergaam
Rabbi guyywan kana
kesatti sommanutti
numirqaasee jira
.
|