| Gaaffirra
akka guyyaa dhaloota ufii kanamnii
kabajuu akka taate mullata , yaroo
amata gahee hunda guyya akka
ayaana mijeefatanii kanamni
firufii waliitti qabamanii nyaata
xiqqattu kuddattu tolchanii
sanirraatti walitti dhufu. dalagaa
akkanaa kesatti jachiin ani
dubachuu fedhu akka wanni kunii
dhorkaa tahe maalif yoo jattaan
amantii islaamaa keesatti guyyaan
waggaa keessa akka ayyaanatti
kabajamuu guyyuma lama ( 2 )
calla guyyaa ida ( ayyaana
) arafaatii fi idul fixriidha
(ida Sommanaa) ammalle
idiin torbaani guyyaa juma'ataati
. Hadiisa Nasa'ii gabaasee Anas
ibnu Maaliik odeessaan kessatti
akki ja'ee ,warri jaahilummaa(
wallaala) keessa turan isaaniif
guyyaa amata keessa guyyaa ayyaana
itti tabataan qabaan gaafa Rrgamaan
Rabbiin(Nagayaa fi Rahamnni
isaaniratti haajiraatu) gama
madiina godaanan booda
akki ja'ee "Guyyaa lamaan
isiin keesatti ayyanefattan
Rabbiin guyyaa biraatti isiiniif
jijjiree jira san ayyaana (ida)
guyyaa Arafaatii fi fixriitii
(ida Sommanaa) " .
Guyya ufii
dhalataan kabajuun hulaa
(balbala) bidaa biraatiif bantii
, yoo namani ayyaan guyyaa itti
dhalatee kabajuun dandayamee
guyya ayaan Ergamaan Rabbii(Nagayaa
fi Rahamnni isaaniratti haajiraatu)
itti dhalatan kabajuun waan
irra jabduuti jachuutti nama
geesiti . karaan waan
dhorkaame (irra siramaan) namtti
banuu mara dhorkamaadha . Rabbiin
ka waan haqatti nama qunnamsiisu
tahe!!
Kitaab Fatwaatifii dhamsaa
gaggabaab isaanii kesatti ,
kan mujallada lammaffa , Baaba
wa'ee Bida'aa kesattii
يظهر من السؤال أن المراد بعيد الميلاد عيد ميلاد الإنسان، كلما دارت السنة من
ميلاده أحدثوا له عيداً تجتمع فيه أفراد العائلة على مأدبة كبيرة أو
صغيرة.
وقولي في ذلك أنه ممنوع لأنه ليس في الإسلام عيد لأي مناسبة سوى عيد
الأضحى، وعيد الفطر من رمضان، وعيد الأسبوع وهو يوم الجمعة، وفي سنن النسائي عن أنس
بن مالك رضي الله عنه قال: كان لأهل الجاهلية، يومان في كل سنة يلعبون فيهما، فلما
قدم النبي صلى الله عليه وسلم، المدينة قال: "كان لكم يومان
تلعبون فيهما وقد بدلكم الله بهما خيراً منهما يوم الفطر ويوم الأضحى"، ولأن
هذا يفتح باباً إلى البدع مثل أن يقول قائل: إذا جاز العيد لمولد المولود فجوازه
لرسول الله صلى الله عليه وسلم أولى، وكل ما فتح باباً للمنوع كان ممنوعاً، والله
الموفق.
مجموع فتاوى ورسائل الشيخ محمد صالح العثيمين - المجلد الثاني - باب
البدعة.
|
Shekh :- Saalih Muhammed
Ibnu Usymeen | |